A
ABDII SABAA
/abdii_sabaa

ABDII SABAA

Open in Telegram  →

ai summary

ABDII SABAA is a Telegram channel sharing various media content and offering contact and resource links.

for whom: This channel is intended for individuals seeking media, educational resources, and information related to university and

551Ksubscribers
35.3Kavg reach
6.4%ER
1.4posts/day

charts · trends

551.0K
+3,000(+0.55%)
Jul 2 – Jul 20 · 6

📨 Recent posts

66 total

Spain Waancaa addunyaa bara 2026 injifatte SABA GUDDAA WAAN TAANEEF, MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! MIIDIYAA @ABDII_SABAA

2d ago👁 11.7Kopen

Tapha Xumuraa Waancaa Addunyaa Har'aa - Arjantiinaa fi Ispeen! Har'a, Adoolessa 19, bara 2026, guyyaa seenaa ispoortii kubbaa miilaa addunyaa keessatti iddoo guddaa qabuu fi iji addunyaa guutuu gara Ameerikaatti kan itti garagaredha. Tapha xumuraa Waancaa…

2d ago👁 13.1Kopen

Haleellaa Cimaan Gaggeeffamaa Bule! Muddamni fi waraanni hammaataan Ameerikaa fi Iraan gidduutti irra deebiin eegale itti fufee jira. Keessumattuu dorgommii fi wal-dhabdeen biyyoonni lamaan to'annoo Ulaa Galaana Hormuz irratti qaban gara waraana cimaatti…

2d ago👁 25.2Kopen

🌟 Yeroo Boqonnaa Keessan Ogummaa Galii Isiniif Fiduun Dabarsaa! 🌟 @Abdii_Sabaa_University carraa barnoota online gaggabaabaa fi filatamoo ta'an qabatee dhufeera. Iddoon murtaa'aa waan ta'eef har'uma galmaa'aa! 📱 1. VIDEO EDITING (Bilbila Qofaan) • Viidiyoo qulqullina olaanaa (Professional) qabu hojjechuu baradhaa. • Ulaagaa: Bilbila harkaa qabaachuu qofa. • Gatii: Qarshii 200 ETB qofa! 🔑 Code Gal…

2d ago👁 23.5Kopen

FIFA'n gareen biyyaalessaa Gibxi maaliyyaa isaan waancaa addunyaaf qopheeffatan uffatanii akka hin taphanne akeekkachiisa hatattamaa dabarseera. Gareen kun tapha baninsaa biyya Beljiyeem waliin taasisan dura, mallattoo urjiiwwan qoma maaliyyichaa irra jiran…

3d ago👁 34.7Kopen

#ADS Maashinii rifeensaa fi areedaa qarshii 1,850 qofaan bakka jirtanitti! Maashinii rifeensaa fi areedaaf mijataa ta'e ✅ Ilkaan (koombee) geeddaramu 4 ✅ Zayitii maashinicha laaffisu ✅ Burushii ittiin qulqulleessan ✅ Chaarjarii orijiinaala #Hunda_isaa qarshii 1,850 qofaan fudhadhaa! ‼️ Meeshaa muraasa qofatu nu harka jira Dafaa nuuf bilbilaa ‼️ 👉 📞 0954633900 👉 📞 0954633900 #Finfinnee keessa bakk…

3d ago👁 32.1Kopen

Hiriiirri Nagaa Taassifamuufi Daandiiwwan Cufaman Boru ganama, Adoolessa 11, bara 2018 sa'aatii 12:00 irraa eegalee Finfinnee, Addabaabayii Masqalaatti hiriirri nagaa guddaan ni geggeeffama. Hiriirri kun dhaadannoo ijoo "Hidhaan Jumlaa (Afasaan) Haa Dhaabbatu…

4d ago👁 47Kopen

Hiriiirri Nagaa Taassifamuufi Daandiiwwan Cufaman Boru ganama, Adoolessa 11, bara 2018 sa'aatii 12:00 irraa eegalee Finfinnee, Addabaabayii Masqalaatti hiriirri nagaa guddaan ni geggeeffama. Hiriirri kun dhaadannoo ijoo "Hidhaan Jumlaa (Afasaan) Haa Dhaabbatu, Nagaan Haa Bu'u" jedhuun kan waamame yoo ta'u, kaayyoon isaa inni guddaan rakkoo fi muddama waraanaa naannoo Tigraay keessatti irra deebii…

4d ago👁 51.8Kopen

"Ulaan Galaanaa Hormuz Haleellaa Ameerikaatiin Hin Banamu" - Waraana Iraan Dubbii Himaan Waraana Iraan Biriigaadeer Jeneraal Mahaammad Akraaminiyaa, Ulaan Galaanaa Hormuz (Strait of Hormuz) haleellaa Ameerikaatiin gonkumaa kan hin banamne ta'uu fi sarara…

5d ago👁 49.5Kopen

Taateen tibbana Afrikaa kibbaa magaalaa Johannesburg keessaati lammiilee Itiyoophiyaa irratti raawwatame gadda guddaa kan namatti ta’u qofa osoo hin taane, nageenya lammiilee keenya biyya alaa jiratanii irratti gaaffii guddaa kan kaasudha. Taateen kun akkamitti…

6d ago👁 64Kopen

Gocha Suukanneessaa!! Ajjeechaa bilbila harkaa saamuuf raawwatame! Waxabajjii 28, bara 2018 halkan keessaa sa'aatii 7:00tti, kutaa magaalaa Boolee aanaa 12 (riqicha ce'umsaa Bulbulaa Abboo)tti namni dhuunfaa Zayinuu Fadiluu jedhamu meeshaa qara qabuun waraanamee lubbuun isaa darbee argameera. Poolisiin Magaalaa Finfinnee hordoffii ariifachiisaa taasiseen, gochi yakkaa kun raawwatamee sa'aatii 48…

7d ago👁 19.5Kopen

“Miidiyaa Hawwasummaa Fayyadamuuf Galmaa’uun Dirqama” Abbaa Taayitichaa. Galmeen Fuulota Intarneetii fi Miidiyaalee Hawaasaa Dirqama Ta'uufi! Fuulota miidiyaa hawaasaa kanneen akka Facebook, TikTok fi YouTube irratti qabiyyee adda addaa tamsaasuun hawaasa bal'aa waliin kan wal qunnamtu yoo ta'e, hojimaata haaraa ba'uuf qophiirra jiru kanaan dirqama galmaa'uu isin gaafata. Abbaan Taayitaa Miidiyaa…

7d ago👁 33.4Kopen

channel description

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! @Abdii_Sabaa 💬 Contact Us 💬 @AbdiiSabaaDm 🎯 BARNOOTAAF @abdii_sabaa_university 🎯 MARIIF @Garee_Abdii_Sabaa

channel info

Telegram ID
Indexed sinceJun 22, 2026
Last refreshedJul 20, 2026

similar channels/education

support